muqquxxaayee
sii yaasan yaatuu koo si galchan galtu koo mirgi sii hiin maseeniin x2 si yaasan yaatuu koo garaan dhulaandhulaa hossan muucha hiin taatuu silmiin garaa jalaayi x1 ciraachille hamma biyyoo yaa hortu koo.....maa galaana daaktaree si achiille hamma xinnoo waan ofii koo maa garaa na raaftaree x1 mee yaadadhu seenaa kee yaa hortuu koo... qunceen arba gaaditee siin yaada siyyuu hin obsuu waan ofii koo yaa ishee macca qaaritee x1 haareen hin qoottuu kaa....danbara darii haareedi kootuu kaa....galgala warii hiddi sanyii hiin taatu.....bareeddef alaa daadoo jedhi kotu....waddessa jalaaa.... buqqiskaa...aramaa....yoomiree...har'ummaa....waamikaa....qeerroo kee....Eenyuree ......Barnumaa x2 gurrachille diimatee addaateeraa maa galaana daaktare
Poetry Books 50% Off
Bestselling collections from top poets
